Marii mootummaa fi WBOf Taanzaaniyaa-Odolli Zaanzibaar maaliif filatamte?================Tanzaaniyaan marii nageenyaa Mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti gaggeeffamu keessumeessaa jirti. Mootummaan biyyattii BBC’f akka mirkaneessetti, qaamoleen lamaan biyya isaaniitti akka mari’ataniif haala mijeessuu irra kan darbe jaarsummaas tahe qaamolee lamaan walitti fiduu keessatti qooda homaatii hin qaban. Marii qaamoleen laman kana adda-durummaan kan gaggeessaaContinue reading “Marii mootummaa Itiyoophiyaa Fi ABO gidduutti taasifameef Odolli Taanzibaar maaliif filatamee?”